Africa

Bu’aa xalayaan qabu kan beeke erga poostaan duwwaa ta’e tokko wosiila koo irraa na gayeen booda dha. Poostaa sana irratti teessoon isaa bakka sirrii ta’etti barreeffameera. Tambeeriinis itti maxxanfameera. Chaappaanis itti godhameera. Garuu keessa isaa homtuu hin jiru.

Amharic Yoruba

25 Bitooteessa 2025 in  Future, Africa 4 minutes