Peace

Sodaan Maalii? Sodaan Waaqayyoo Sodaan Fulduraa Sodaan Kufaatii Sodaan Gidiraa Arguu Sodaan Du’aa Sodaan, diina dhokataa kan namoota umrii fi sanyii kamiyyuu qabaniifi kan adeemsa jireenya kamiiyyuu weeraruudha. Sodaan haxxee fi barbadeessaa yaada keenya kan summeessu, nagaa keessa keenyaa kan saamuu fi gammachuu jireenya keenyaa kan caldhisiisuudha. Sodaan naatuu, yaada’aa, rifataa, jeeqamaa, gaddaa fi dadhabaa nu taasisa; kun dhageentaa nama hin gammachiisne fi hin barbaadamne maaliiti!

Arabic Bengali Dutch English French Italian Japanese Kazakh Kinyarwanda Mongolian Plautdietsch Romanian Russian Spanish Tajik Telugu Ukrainian Uzbek Yoruba Chinese

09 Bitooteessa 2025 in  Peace 7 minutes