Story

Macaafa Qulqulluu keessatti akkas kan jedhu barreeffamee jira “Warri du’anis xinnaa fi guddaa teessichaa dura utuu dhaabbatanii nan arge. Macaafonni ni banaman; macaafin biraa, inni warri jireenya argachuuf jiran itti caafaman tokkos ni baname; warri du’ani immoo akka hojii dur hojjetaniitti, akka isa macaafota keessaatti caafameettis firdii argatan” (Mul’ata 20:12). Kunimmoo Waaqayyo haala itti jiraannu deddeebii tokkoon tokkoon keenyaaf galemee akka qabuu fi akka hordofu ragaadha.

Story 7 minutes